6 Waaqayyo fuula Musee dura darbee akkana jedhee labse; "Waaqayyo, Waaqayyo Waaqa gara laafessaa fi arjaa, kan dafee hin aarre, kan jaalallii fi amanamummaan isaa guddaa, 7 kan araara isaa dhaloota kumaatamaaf tursu, kan hammina, fincilaa fi cubbuu namaaf dhiisuu dha. Taʼu illee inni nama yakka hojjetu adabu malee hin dhiisu; inni hamma dhaloota sadaffaa fi afuraffaatti sababii cubbuu abbootii isaaniitiif jedhee ijoollee isaaniitii fi ijoollee ijoollee isaanii ni adaba."
Baʼuu 34:6,7
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
6 ዋቀዮ ፉለ ሙሴ ዱረ ደርቤ አከነ ጄዼ ለብሴ፤ "ዋቀዮ፣ ዋቀዮ ዋቀ ገረ ላፌሳፊ አርጃ፣ ከን ደፌ ህንኣሬ፣ ከን ጃለሊፊ አመነሙማንሳ ጉዳ፣ 7 ከን አራረሳ ዸሎተ ኩማተማፍ ቱርሱ፣ ከን ሀምነ፣ ፍንጭላፊ ጩቡ ነማፍ ዺሱዸ። ተኡሌ እን ነመ የከ ሆጄቱ አደቡ መሌ ህንዺሱ፤ እን ሀመ ዸሎተ ሰደፋፊ አፉረፋት ሰበቢ ጩቡ አቦቲሳኒቲፍ ጄዼ እጆሌሳኒቲፊ እጆሌ እጆሌሳኒ ንአደበ።"
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
6 Allaahan fuula Muusaa dura darbee akkana jedhee labse; "Rabbii Allaahan, Rabbii Allaahan gara laafessaa fi arjaa, kan dafee hin aarre, kan jaalallii fi amanamummaan isaa guddaa, 7 kan araara isaa dhaloota kumaatamaaf tursu, kan hammina, fincilaa fi cubbuu namaaf dhiisuu dha. Taʼu illee inni nama yakka hojjetu adabu malee hin dhiisu; inni hamma dhaloota sadaffaa fi afuraffaatti sababii cubbuu abbootii isaaniitiif jedhee ijoollee isaaniitii fi ijoollee ijoollee isaanii ni adaba."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.