13 Waan, "Namni muka irratti fannifamu kam iyyuu abaaramaa dha"3:13 KeD 21:23 jedhamee barreeffameef, Kiristoos nuuf jedhee abaarsa taʼuudhaan abaarsa seeraa irraa nu fure. 14 Inni akka nu amantiin Hafuura Qulqulluu waadaa kenname sana argannuuf, akka eebbi Abrahaamiif kenname sun karaa Kiristoos Yesuusiin gara Namoota Ormaa dhufuuf nu fure.
Publicidade
Galaatiyaa 3:13,14
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
13 ዋን፣ "ነምን ሙከረት ፈንፈሙ ከምዩ አባረማዸ"3፥13 ኬዴ 21፥23 ጄዸሜ በሬፈሜፍ፣ ክርስቶስ ኑፍ ጄዼ አባርሰ ተኡዻን አባርሰ ሴራራ ኑ ፉሬ። 14 እን አከ ኑ አመንቲን ሀፉረ ቁልቁሉ ዋዳ ኬነሜ ሰነ አርገትኑፍ፣ አከ ኤብ አብረሃሚፍ ኬነሜ ሱን ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ገረ ነሞተ ኦርማ ዹፉፍ ኑ ፉሬ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
13 Waan, "Namni muka irratti fannifamu kam iyyuu abaaramaa dha"3:13 KeD 21:23 jedhamee barreeffameef, Al-Masiihiin nuuf jedhee abaarsa taʼuudhaan abaarsa seeraa irraa nu fure. 14 Inni akka nu amantiin Hafuura Qulqulluu waadaa kenname sana argannuuf, akka eebbi Ibraahimiif kenname sun karaa Al-Masiihi Iisaatiin gara Namoota Ormaa dhufuuf nu fure.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.