Pular para o conteúdo
Publicidade

Galaatiyaa 4:27-29

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

27 Akkana jedhamee barreeffameeraatii:

"Yaa dubartii dhabduu

kan ijoollee tokko illee hin daʼin ati gammadi;

atis kan ciniinsifattee hin beekne

guddisiitii ililchi;

ijoollee dubartii dhirsa qabduu caalaa,

ijoolleen dubartii gatamtee ni baayʼatu."4:27 Isa 54:1

28 Yaa obboloota, isinis akkuma Yisihaaq ijoollee waadaa ti. 29 Yeroo sana ilmi akka fedhii fooniitti dhalate sun ilma humna Hafuuraatiin dhalate ariʼate. Amma illee akkasuma.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    27 አከነ ጄዸሜ በሬፈሜራቲ፦

    "ያ ዱበርቲ ዸብዱ

    ከን እጆሌ ቶኮሌ ህንደእን አት ገመድ፤

    አትስ ከን ጭኒንስፈቴ ህንቤክኔ

    ጉድሲቲ እልልች፤

    እጆሌ ዱበርቲ ዽርሰ ቀብዱ ጫላ፣

    እጆሌን ዱበርቲ ገተምቴ ንባይአቱ።"4፥27 እሳ 54፥1

    28 ያ ኦቦሎተ፣ እስንስ አኩመ ይስሃቅ እጆሌ ዋዳት። 29 ዬሮ ሰነ እልም አከ ፌዺ ፎኒት ዸለቴ ሱን እልመ ሁምነ ሀፉራቲን ዸለቴ አርአቴ። አመሌ አከሱመ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    27 Akkana jedhamee barreeffameeraatii:

    "Yaa dubartii dhabduu

    kan ijoollee tokko illee hin daʼin ati gammadi;

    atis kan ciniinsifattee hin beekne

    guddisiitii ililchi;

    ijoollee dubartii dhirsa qabduu caalaa,

    ijoolleen dubartii gatamtee ni baayʼatu."4:27 Isa 54:1

    28 Yaa obboloota, isinis akkuma Yisihaaq ijoollee waadaa ti. 29 Yeroo sana ilmi akka fedhii fooniitti dhalate sun ilma humna Hafuuraatiin dhalate ariʼate. Amma illee akkasuma.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.