9 Yaaqoobis Faraʼooniin akkana jedhe; "Barri ani keessummummaan jiraadhe waggaa dhibbaa tokkoo fi soddoma. Baroonni koos muraasa; hamaadhas; innis bara abbootiin koo keessummummaan jiraatan sanaan wal qixxee miti."
Publicidade
Uumama 47:9
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
9 ያቆብስ ፈረኦኒን አከነ ጄዼ፤ "በር አን ኬሱሙማን ጅራዼ ወጋ ዽባ ቶኮፊ ሶዶመ። በሮትንኮስ ሙራሰ፤ ሀማዸስ፤ እንስ በረ አቦቲንኮ ኬሱሙማን ጅራተን ሰናን ወል ቅጤ ምት።"
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
9 Yaaʼikuubis Faraʼooniin akkana jedhe; "Barri ani keessummummaan jiraadhe waggaa dhibbaa tokkoo fi soddoma. Baroonni koos muraasa; hamaadhas; innis bara abbootiin koo keessummummaan jiraatan sanaan wal qixxee miti."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.