25 Matuuselaan waggaa 187 jiraatee Laamehin dhalche. 26 Erga Laamehin dhalchee booddee Matuuselaan waggaa 782 jiraate; innis ilmaanii fi intallan biraa dhalche. 27 Walumatti Matuuselaan waggaa 969 jiraatee duʼe.
28 Laameh waggaa 182 jiraatee ilma dhalche.