Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 11:4

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

4 Abeel amantiidhaan aarsaa isa Qaayin dhiʼeesse caalu Waaqaaf dhiʼeesse. Inni yommuu Waaqni waaʼee kennaa isaa dhugaa baʼameefitti nama qajeelaa taʼuun isaa amantiidhaan dhugaa baʼameef. Abeel duʼu iyyuu hamma ammaatti amantiidhaan dubbachaa jira.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    4 አቤል አመንቲዻን ኣርሳ እሰ ቃይን ዽኤሴ ጫሉ ዋቃፍ ዽኤሴ። እን ዮሙ ዋቅን ዋኤ ኬናሳ ዹጋ በአሜፍት ነመ ቀጄላ ተኡንሳ አመንቲዻን ዹጋ በአሜፍ። አቤል ዱኡዩ ሀመ አማት አመንቲዻን ዱበቻ ጅረ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Haabiil amantiidhaan aarsaa isa Qaabiil dhiʼeesse caalu Allaahaf dhiʼeesse. Inni yommuu Allaahan waaʼee kennaa isaa dhugaa baʼameefitti nama qajeelaa taʼuun isaa amantiidhaan dhugaa baʼameef. Haabiil duʼu iyyuu hamma ammaatti amantiidhaan dubbachaa jira.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.