Pular para o conteúdo
Publicidade

Yihuudaa 1:12

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

12 Namoonni kunneen utuma xuraaʼoo taʼanii jiranuu qaanii tokko malee cidha jaalalaa1:12 Cidha jaalalaa – waldaa kiristaanaa kan durii keessatti yeroo miseensonni tokkummaa isaanii kan Waaqaa fi walii isaaniitiif qaban ibsuuf walitti dhufanitti irbaata halkaniitu ture. "Cidhi jaalalaa" yeroo hunda irbaata tokkummaatiin hobbaʼa. isin wajjin nyaatu; isaan tiksoota ofuma isaanii qofa sooranii dha. Isaan akkuma duumessa bokkaa hin qabne kan bubbeen asii fi achi oofuu ti; akkuma muka yeroo itti ija naqachuu qabutti ija dhabee buqqifamee dachaa lama duʼee ti.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    12 ነሞትን ኩኔን ኡቱመ ጡራኦ ተአኒ ጅረኑ ቃኒ ቶኮ መሌ ጭዸ ጃለላ1፥12 ጭዸ ጃለላ – ወልዳ ክርስታና ከን ዱሪ ኬሰት ዬሮ ምሴንሶትን ቶኩማሳኒ ከን ዋቃፊ ወሊሳኒቲፍ ቀበን እብሱፍ ወልት ዹፈንት እርባተ ሀልከኒቱ ቱሬ። "ጭዽ ጃለላ" ዬሮ ሁንደ እርባተ ቶኩማቲን ሆበአ። እስን ወጅን ኛቱ፤ እሳን ትክሶተ ኦፉመሳኒ ቆፈ ሶረኒዸ። እሳን አኩመ ዱሜሰ ቦካ ህንቀብኔ ከን ቡቤን አሲፊ አች ኦፉት፤ አኩመ ሙከ ዬሮ እት እጀ ነቀቹ ቀቡት እጀ ዸቤ ቡቅፈሜ ደቻ ለመ ዱኤት።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    12 Namoonni kunneen utuma xuraaʼoo taʼanii jiranuu qaanii tokko malee cidha jaalalaa1:12 Cidha jaalalaa – waldaa kiristaanaa kan durii keessatti yeroo miseensonni tokkummaa isaanii kan Allaaha fi walii isaaniitiif qaban ibsuuf walitti dhufanitti irbaata halkaniitu ture. "Cidhi jaalalaa" yeroo hunda irbaata tokkummaatiin hobbaʼa. isin wajjin nyaatu; isaan tiksoota ofuma isaanii qofa sooranii dha. Isaan akkuma duumessa bokkaa hin qabne kan bubbeen asii fi achi oofuu ti; akkuma muka yeroo itti ija naqachuu qabutti ija dhabee buqqifamee dachaa lama duʼee ti.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Judas
Ver todos os capítulos de Judas