Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 13:38

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

38 Yesuusis deebisee, "Ati dhuguma naaf jettee lubbuu kee ni kennitaa? Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; ati utuu indaanqoon hin iyyin yeroo sadii na ganta" jedheen.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    38 ዬሱስስ ዴብሴ፣ "አት ዹጉመ ናፍ ጄቴ ሉቡኬ ንኬንታ? አን ዹጉመ፣ ዹጉመ ስት ነንህመ፤ አት ኡቱ እንዳንቆን ህንእይን ዬሮ ሰዲ ነ ገንተ" ጄዼን።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    38 Iisaanis deebisee, "Ati dhuguma naaf jettee lubbuu kee ni kennitaa? Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; ati utuu indaanqoon hin iyyin yeroo sadii na ganta" jedheen.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.