Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 15:6,7

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

6 mana isaatti gala. Innis michoota isaatii fi olloota isaa walitti waamee, ‘Ani hoolaa koo kan bade sana argadheeraatii na wajjin gammadaa’ jedha. 7 Ani isinittin hima; sababii qajeeltota qalbii jijjiirrachuun isaan hin barbaachifne sagaltamii sagalii irra sababii cubbamaa qalbii jijjiirratu tokkootiif samii keessatti gammachuun guddaan akkasuma ni taʼa.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    6 መነሳት ገለ። እንስ ምቾተሳቲፊ ኦሎተሳ ወልት ዋሜ፣ ‘አን ሆላኮ ከን በዴ ሰነ አርገዼራቲ ነ ወጅን ገመዳ’ ጄዸ። 7 አን እስንትን ህመ፤ ሰበቢ ቀጄልቶተ ቀልቢ ጅጂረቹን እሳን ህንበርባችፍኔ ሰገልተሚ ሰገሊረ ሰበቢ ጩበማ ቀልቢ ጅጂረቱ ቶኮቲፍ ሰሚ ኬሰት ገመቹን ጉዳን አከሱመ ንተአ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    6 mana isaatti gala. Innis michoota isaatii fi olloota isaa walitti waamee, ‘Ani hoolaa koo kan bade sana argadheeraatii na wajjin gammadaa’ jedha. 7 Ani isinittin hima; sababii qajeeltota qalbii jijjiirrachuun isaan hin barbaachifne sagaltamii sagalii irra sababii cubbamaa qalbii jijjiirratu tokkootiif shamaayʼun keessatti gammachuun guddaan akkasuma ni taʼa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.