Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 18:11

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

11 Fariisichi kaʼee dhaabatee, waaʼee mataa isaa akkana jedhee kadhate; ‘Yaa Waaqayyo, ani akka namoota kaanii jechuunis akka saamtotaa, jalʼootaa fi sagaagaltootaa keessumattuu waan akka namicha qaraxa walitti qabu kanaa hin taʼiniif sin galateeffadha.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    11 ፈሪስች ከኤ ዻበቴ፣ ዋኤ መታሳ አከነ ጄዼ ከዸቴ፤ ‘ያ ዋቀዮ፣ አን አከ ነሞተ ካኒ ጄቹንስ አከ ሳምቶታ፣ ጀልኦታፊ ሰጋገልቶታ ኬሱመቱ ዋን አከ ነምቸ ቀረጠ ወልት ቀቡ ከና ህንተእኒፍ ስን ገለቴፈዸ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    11 Fariisichi kaʼee dhaabatee, waaʼee mataa isaa akkana jedhee duʼaa godhate; ‘Yaa Allaah, ani akka namoota kaanii jechuunis akka saamtotaa, jalʼootaa fi sagaagaltootaa keessumattuu waan akka namicha qaraxa walitti qabu kanaa hin taʼiniif sin galateeffadha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.