12 Ibiddi iddoo aarsaa irra jiru yeroo hunda bobaʼuu qaba; yoom iyyuus hin dhaamin. Lubichi ganama ganama ibidda sanatti qoraan haa naqu; aarsaa gubamu ibidda irratti haa qopheessu; kana irrattis cooma aarsaa nagaa haa gubu. 13 Iddoo aarsaa irratti ibiddi yeroo hunda haa bobaʼu; gonkumaas hin dhaamin.
Publicidade
Lewwota 6:12,13
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
12 እብድ እዶ ኣርሳረ ጅሩ ዬሮ ሁንደ ቦበኡ ቀበ፤ ዮምዩስ ህንዻምን። ሉብች ገነመ ገነመ እብደ ሰነት ቆራን ሃነቁ፤ ኣርሳ ጉበሙ እብደረት ሃቆጴሱ፤ ከነረትስ ጮመ ኣርሳ ነጋ ሃጉቡ። 13 እዶ ኣርሳረት እብድ ዬሮ ሁንደ ሃቦበኡ፤ ጎንኩማስ ህንዻምን።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
12 Ibiddi iddoo aarsaa irra jiru yeroo hunda bobaʼuu qaba; yoom iyyuus hin dhaamin. Lubichi ganama ganama ibidda sanatti qoraan haa naqu; aarsaa gubamu ibidda irratti haa qopheessu; kana irrattis cooma aarsaa nagaa haa gubu. 13 Iddoo aarsaa irratti ibiddi yeroo hunda haa bobaʼu; gonkumaas hin dhaamin.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.