Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 6:34

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

34 Yesuus yommuu bidiruu irraa buʼetti tuuta guddaa tokko arge; innis sababii isaan akkuma hoolota tiksee hin qabnee turaniif garaa laafeef. Kanaafuu inni waan baayʼee isaan barsiisuu jalqabe.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    34 ዬሱስ ዮሙ ብድሩራ ቡኤት ቱተ ጉዳ ቶኮ አርጌ፤ እንስ ሰበቢ እሳን አኩመ ሆሎተ ትክሴ ህንቀብኔ ቱረኒፍ ገራ ላፌፍ። ከናፉ እን ዋን ባይኤ እሳን በርሲሱ ጀልቀቤ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    34 Iisaan yommuu bidiruu irraa buʼetti tuuta guddaa tokko arge; innis sababii isaan akkuma hoolota tiksee hin qabnee turaniif garaa laafeef. Kanaafuu inni waan baayʼee isaan barsiisuu jalqabe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.