Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 23:23,24

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

23 "Yaa barsiistota seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Isin abasuuda, insilaalaa fi kamuunii kudhan keessaa tokko ni kennitu. Garuu seera keessaa waan caalaatti barbaachisaa taʼe jechuunis murtii qajeelaa, araaraa fi amanamummaa dhiiftaniirtu. Silaa utuu isa duraa hin dhiisin isa duubaa hojii irra oolchuu qabdu ture. 24 Isin qajeelchitoota jaamota nana! Bookee ni calaltu; gaala immoo ni liqimsitu.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    23 "ያ በርሲስቶተ ሴራቲፊ ፈሪሶተ ፈኬስቶተነነ፣ እስኒፍ ወዮ! እስን አበሱደ፣ እንስላላፊ ከሙኒ ኩዸን ኬሳ ቶኮ ንኬንቱ። ገሩ ሴረ ኬሳ ዋን ጫላት በርባችሳ ተኤ ጄቹንስ ሙርቲ ቀጄላ፣ አራራፊ አመነሙማ ዺፍተኒርቱ። ስላ ኡቱ እሰ ዱራ ህንዺስን እሰ ዱባ ሆጂረ ኦልቹ ቀብዱ ቱሬ። 24 እስን ቀጄልችቶተ ጃሞተነነ! ቦኬ ንጨለልቱ፤ ጋለሞ ንልቅምስቱ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    23 "Yaa barsiistota seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Isin abasuuda, insilaalaa fi kamuunii kudhan keessaa tokko ni kennitu. Garuu seera keessaa waan caalaatti barbaachisaa taʼe jechuunis murtii qajeelaa, araaraa fi amanamummaa dhiiftaniirtu. Silaa utuu isa duraa hin dhiisin isa duubaa hojii irra oolchuu qabdu ture. 24 Isin qajeelchitoota jaamota nana! Bookee ni calaltu; gaala immoo ni liqimsitu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.