39 Innis xinnoo achi hiiqee adda isaatiin lafatti gombifamee, "Yaa Abbaa ko, yoo dandaʼame xoofoon kun narra haa darbu. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin" jedhee kadhate.
42 Ammas yeroo lammaffaa achi hiiqee, "Yaa Abbaa ko, xoofoon kun utuu ani hin dhugin yoo narra darbuu hin dandeenye akkuma fedhii keetii haa taʼu" jedhee kadhate.
44 Ammas isaan dhiisee achi hiiqee waanuma kanaan dura kadhate sana irra deebiʼee yeroo sadaffaa kadhate.
46 Kaʼaa ni deemnaa! Kunoo, namichi dabarsee na kennu sun dhufaa jira."
26:47-56 kwf – Mar 14:43-50; Luq 22:47-53