Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 5:21,22

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Nama Ajjeesuu

21 "Isin akka bara dheeraan dura namootaan, ‘Hin ajjeesin; nama ajjeese kamitti iyyuu ni muramaa’ 5:21 Bau 20:13 jedhame dhageessaniirtu. 22 Ani garuu isinittin hima; nama obboleessa isaatti dheekkamu hundumaa murtiitu eeggata. Namni obboleessa isaatiin ‘Raatuu’ jedhu hundis murtii waldaatti dhiʼaata. Nama obboleessa isaatiin ‘Doofaa nana!’ jedhu immoo ibidda gahaannamtu isa eeggata.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    21 "እስን አከ በረ ዼራን ዱረ ነሞታን፣ ‘ህንአጄስን፤ ነመ አጄሴ ከምትዩ ንሙረማ’ 5፥21 በኡ 20፥13 ጄዸሜ ዸጌሰኒርቱ። 22 አን ገሩ እስንትን ህመ፤ ነመ ኦቦሌሰሳት ዼከሙ ሁንዱማ ሙርቲቱ ኤገተ። ነምን ኦቦሌሰሳቲን ‘ራቱ’ ጄዹ ሁንድስ ሙርቲ ወልዳት ዽኣተ። ነመ ኦቦሌሰሳቲን ‘ዶፋነነ!’ ጄዹሞ እብደ ገሃነምቱ እሰ ኤገተ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    21 "Isin akka bara dheeraan dura namootaan, ‘Hin ajjeesin; nama ajjeese kamitti iyyuu ni muramaa’ 5:21 Bau 20:13 jedhame dhageessaniirtu. 22 Ani garuu isinittin hima; nama obboleessa isaatti dheekkamu hundumaa murtiitu eeggata. Namni obboleessa isaatiin ‘Raatuu’ jedhu hundis murtii waldaatti dhiʼaata. Nama obboleessa isaatiin ‘Doofaa nana!’ jedhu immoo ibidda jahaannamtu isa eeggata.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.