Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 5:29,30

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

29 Yoo iji kee mirgaa si gufachiise, of keessaa baasii gati. Dhagni kee guutuun gahaannamitti darbatamuu irra, kutaa dhagna keetii keessaa tokko dhabuu siif wayyaatii. 30 Yoo harki kee mirgaa si gufachiise of irraa murii gati. Dhagni kee guutuun gahaannamitti galuu irra, kutaa dhagna keetii keessaa tokko dhabuu siif wayya.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    29 ዮ እጅኬ ምርጋ ስ ጉፈቺሴ፣ ኦፍ ኬሳ ባሲ ገት። ዸግንኬ ጉቱን ገሃነምት ደርበተሙረ፣ ኩታ ዸግነኬቲ ኬሳ ቶኮ ዸቡ ሲፍ ወያቲ። 30 ዮ ሀርክኬ ምርጋ ስ ጉፈቺሴ ኦፍራ ሙሪ ገት። ዸግንኬ ጉቱን ገሃነምት ገሉረ፣ ኩታ ዸግነኬቲ ኬሳ ቶኮ ዸቡ ሲፍ ወየ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    29 Yoo iji kee mirgaa si gufachiise, of keessaa baasii gati. Dhagni kee guutuun jahaannamitti darbatamuu irra, kutaa dhagna keetii keessaa tokko dhabuu siif wayyaatii. 30 Yoo harki kee mirgaa si gufachiise of irraa murii gati. Dhagni kee guutuun jahaannamitti galuu irra, kutaa dhagna keetii keessaa tokko dhabuu siif wayya.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.