Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 15:30

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

30 Yaa obboloota, akka isin kadhannaa Waaqa kadhattan keessatti naaf kadhachuudhaan na wajjin dhamaatan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin, jaalala Hafuura Qulqulluutiinis isinin kadhadha.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    30 ያ ኦቦሎተ፣ አከ እስን ከዸትና ዋቀ ከዸተን ኬሰት ናፍ ከዸቹዻን ነ ወጅን ዸማተን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን፣ ጃለለ ሀፉረ ቁልቁሉቲንስ እስን ከዸዸ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    30 Yaa obboloota, akka isin Allaah duratti duʼaa gootan keessatti duʼaa naaf gochuudhaan na wajjin dhamaatan Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiin, jaalala Hafuura Qulqulluutiinis isinin kadhadha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.