31 Egaa kana irratti maal jenna ree? Erga Waaqni nu wajjin taʼee eenyutu nuun mormuu dandaʼa? 32 Waaqni Ilma isaa illee utuu hin mararfatin hunduma keenyaaf dabarsee kenne sun akkamitti waan biraa hundumas isa wajjin akkasuma arjummaan nuuf hin kennu ree? 33 Warra Waaqni filate eenyutu himata? Kan qajeelaa nama taasisu Waaqa. 34 Kan itti muru eenyu? Kiristoos Yesuus isuma nuuf duʼee, kana caalaa immoo warra duʼan keessaa kaʼee mirga Waaqaa jiruu fi nuuf kadhatu sanaa dha.
Roomaa 8:31-34
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
31 ኤጋ ከነረት ማል ጄነሬ? ኤርገ ዋቅን ኑ ወጅን ተኤ ኤኙቱ ኑን ሞርሙ ደንደአ? 32 ዋቅን እልመሳሌ ኡቱ ህንመረርፈትን ሁንዱመኬኛፍ ደበርሴ ኬኔ ሱን አከምት ዋን ብራ ሁንዱመስ እሰ ወጅን አከሱመ አርጁማን ኑፍ ህንኬኑሬ? 33 ወረ ዋቅን ፍለቴ ኤኙቱ ህመተ? ከን ቀጄላ ነመ ታስሱ ዋቀ። 34 ከን እት ሙሩ ኤኙ? ክርስቶስ ዬሱስ እሱመ ኑፍ ዱኤ፣ ከነ ጫላሞ ወረ ዱአን ኬሳ ከኤ ምርገ ዋቃ ጅሩፊ ኑፍ ከዸቱ ሰናዸ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
31 Egaa kana irratti maal jenna ree? Erga Allaahan nu wajjin taʼee eenyutu nuun mormuu dandaʼa? 32 Allaahan Ilma isaa illee utuu hin mararfatin hunduma keenyaaf dabarsee kenne sun akkamitti waan biraa hundumas isa wajjin akkasuma arjummaan nuuf hin kennu ree? 33 Warra Allaahan filate eenyutu himata? Kan qajeelaa nama taasisu Allaah. 34 Kan itti muru eenyu? Al-Masiihii Iisaa isuma nuuf duʼee, kana caalaa immoo warra duʼan keessaa kaʼee mirga Allaaha jiruu fi duʼaa nuuf godhu sanaa dha.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.