8Guyyaa Sanbataa qulqulleessuudhaan yaadadhu.
14Hin ejjin.
15Hin hatin.
200 resultados encontrados
8Guyyaa Sanbataa qulqulleessuudhaan yaadadhu.
14Hin ejjin.
15Hin hatin.
11Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Allaahan jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.
12Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.
13Sabni Allaaha hundinuu nagaa isinii dhaamu.
7dhagaawwan sardooniksii, dooqa gati jabeessa, dirataa fi qomee irratti kaaʼatamuu dha.
24Warqee qulqulluu itti uffisiitii naannoo isaatti marsaa warqee tolchi.
38Wanni ittiin daaraa isaa dhadhaʼanii fi caabiin daaraa sana baattu warqee qulqulluu irraa haa hojjetaman.
17jalʼina irraa nama deebisuuf,of jajuu irraas isa dhowwuuf,
22Lubbuun isaa gara boollaatti,jireenyi isaas ergamoota duʼaatti dhiʼaata.
28Inni akka isheen boolla hin buuneef lubbuu koo fureera;anis jiraadhee ifa nan arga.’
6Inni akka daggala gammoojjii keessaa taʼa;yeroo wanni gaariin dhufutti hin argu.Inni gammoojjii keessaa iddoo gogaabiyya soogiddaa kan namni tokko iyyuu hin jiraanne keessa jiraata.
9Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha;garmalees hamaa dha.Eenyutu isa hubachuu dandaʼa?
12Teessoon ulfina qabeessi durumaa jalqabee ol ol jedhu sun,iddoo qulqullummaa keenyaa ti.
12Ati nama akka ilaalcha ofii isaatti ogeessa taʼe argitaa?Isa irra gowwaatu abdii caalu qaba.
18Akkuma maraatuu ibidda yookaan xiyyanamatti gad dhiisu tokkoo
23Dubbiin gaariin garaa hamaa keessaa baʼuakkuma okkotee meetiin irra dibamee ti.
1Egaa maal jenna ree? Akka ayyaanni baayʼatuuf ittuma fufnee cubbuu haa hojjennuu?
7namni duʼe cubbuu irraa bilisoomeeraatii.
18Isin cubbuu irraa bilisoomtanii garboota qajeelummaa taataniirtu.
9Malli gowwummaa cubbuu dha;namoonnis qoostuu ni balfu.
26Deebiin qajeelaan,akkuma hidhii dhungachuu ti.
33hirriba xinnaa; mugaatii xinnaa;xinnoo harka walitti marachuu;
3Lubni sun iddoo qubataa keessaa gad baʼee namicha haa qoru. Kunoo, yoo namichi lamxii qabu sun fayyee jiraate,
56iitoodhaaf, finniisaaf yookaan baaroleedhaaf,
57akka wanni tokko qulqulluu yookaan xuraaʼaa taʼe addaan baasuuf kennamee dha.Kun seera lamxiidhaaf kennamee dha.
10amma garuu ayyaanni sun dhufaatii Fayyisaa keenya Al-Masiihi Iisaa isa karaa injiilaatiin duʼa balleessee jireenyaa fi badiisa ooluu ifatti baase sanaatiin mulʼifameera.
13Waan narraa dhageesse sana akka fakkeenya barsiisa dhugaatti amantii fi jaalala Al-Masiihi Iisaatiin qabdu jabeessii qabadhu.
14Waan gaarii imaanaa sitti kenname sana gargaarsa Hafuura Qulqulluu nu keessa jiraatu sanaatiin eegi.
1Weedduu Weeddotaa Suleyimaan.Ishee
11Nu warqee gurraameetiidhaan wal make siif tolchina.Ishee
14Michuun koo anaaf hurbuu daraaraa heennaakan iddoo dhaabaa wayinii Een Gaadiitii dhufee dha.Isa
46Rabbii Allaah, kun hamma yoomiitti?Ati bara baraan of dhoksitaa?Dheekkamsi kee hamma yoomiitti akka ibiddaa bobaʼa?
48Utuu duʼa hin argin jiraachuu kan dandaʼuyookaan humna siiʼool jalaa of baasuu kan dandaʼu nama akkamii ti?
52Galanni bara baraan Rabbii Allaahaf haa taʼu!Ameen; Ameen.
1Obboleettii keenya Feebeen tajaajiltuu waldaa kiristaanaa ishee Kanchireʼaa imaanaa isinitti nan kennadha.
16Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.Waldaaleen Al-Masiihii hundinuu nagaa isinii dhaamu.
27Allaah kophaa isaa ogeessa taʼe sanaaf karaa Iisaa Al-Masiihiin ulfinni bara baraan haa taʼu! Ameen.
13Dammaqaa; amantiitti cimaatii dhaabadhaa; jajjabaadhaa; cimaas.
20Obboloonni hundinuu nagaa isinii dhaamu.Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.
22Namni Gooftaa hin jaallanne kam iyyuu haa abaaramu. Yaa Gooftaa kottu.
13Rabbii Allaahaf faarfadhaa!Rabbii Allaah galateeffadhaa!Inni lubbuu namoota hiyyeeyyiiharka hamootaatii ni baasa.
14Guyyaan ani dhaladhe haa abaaramu!Guyyaan haati koo na deesse sunis hin eebbifamin!
16Namichi sun akkuma magaalaawwanRabbii Allaahan gara laafina malee garagalchee haa taʼu.Inni ganamaan wawwaannaa,saafaan immoo iyya waraanaa haa dhagaʼu.
8arraba garuu namni tokko iyyuu leenjisuu hin dandaʼu. Arrabni hamaa boqonnaa hin qabnee dha; summii nama ajjeesuunis kan guutamee dha.
11Bishaan miʼaawaa fi hadhaaʼaan burqaa tokko keessaa ni baʼaa?
18Iji qajeelummaa warra nagaa buusaniin nagaadhaan facaafama.
19Balbalawwan Qohaatotaa:Amraam, Yizihaar, Kebroonii fi Uziiʼeel.
23Balbalawwan Geershoonotaa karaa lixa biiftuutiin dunkaana qulqulluu dugda duubaan qubatan.
29Balbalawwan Qohaatotaa karaa kibba dunkaana qulqulluutiin qubatan.
19Isin, ‘Allaahan balleessaa nama tokkoo ilmaan isaatiif kuusa’ jettu.Akka inni waan kana beekuuf Allaahan namichuma mataa isaatiifgatii isaa haa kennu!
23Namni tokko utuma itti tolee nagaan jiraatuu,utuma humna guutuu qabuu,
32Inni gara qabriitti geeffama;qabriin isaas ni eegama.
3Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.
5Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;
24namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullina dhugaatiin fakkeenya Allaahatiin uumame sana uffadhaa.
9Buusiiwwan qulqulluun Israaʼeloonni lubatti fidan hundi kan isaa ti.
12"Akkana jedhiitii saba Israaʼelitti dubbadhu: ‘Yoo niitiin nama kamii iyyuu karaa irraa baduudhaan isaaf amanamuu baattee
16" ‘Lubichis ishee fidee fuula Rabbii Allaah dura ishee haa dhaabu.