Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ቆሮንቶስ 10:16-18

ONOCV New Oromo Contemporary Version

16 ጦፎን ኤባ ከን ኑ ኤብፍኑ ሱን ዺገ ክርስቶስ ወጅን ቶኩማ ቀበ ምቲ? ቡዴን ኑ ጨጨብስኑ ሱንስ ፎን ክርስቶስ ወጅን ቶኩማ ቀበ ምቲ? 17 ዋን ቡዴን ቶኮ ቆፍት ጅሩፍ፣ ኑ ባይኤ ታኑዩ ዸግኑመ ቶኮ፤ ሁንድኬኘ ቡዴኑመ ቶክቸ ሰነራ ህርማትናቲ።

18 ሜ ሰበ እስራኤል እላላ፦ ወር ኣርሳራ ኛተን ሱን እዶ ኣርሳራ ቆደ ቀቡ ምቲ?

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    16 Xoofoon eebbaa kan nu eebbifnu sun dhiiga Kiristoos wajjin tokkummaa qaba mitii? Buddeenni nu caccabsinu sunis foon Kiristoos wajjin tokkummaa qaba mitii? 17 Waan buddeenni tokko qofti jiruuf, nu baayʼee taanu iyyuu dhagnuma tokko; hundi keenya buddeenuma tokkicha sana irraa hirmaannaatii.

    18 Mee saba Israaʼel ilaalaa: Warri aarsaa irraa nyaatan sun iddoo aarsaa irraa qooda qabu mitii?

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    16 Xoofoon eebbaa kan nu eebbifnu sun dhiiga Al-Masiihii wajjin tokkummaa qaba mitii? Buddeenni nu caccabsinu sunis foon Al-Masiihii wajjin tokkummaa qaba mitii? 17 Waan buddeenni tokko qofti jiruuf, nu baayʼee taanu iyyuu dhagnuma tokko; hundi keenya buddeenuma tokkicha sana irraa hirmaannaatii.

    18 Mee saba Israaʼel ilaalaa: Warri aarsaa irraa nyaatan sun iddoo aarsaa irraa qooda qabu mitii?

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.