Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ቆሮንቶስ 12:4,7,12,22

ONOCV New Oromo Contemporary Version

4 ኬናወን ጎሰ ገራ ገራቱ ጅረ፤ ሀፉር ገሩ ቶኩመ።

7 ሙልአትን ሀፉረ ቁልቁሉ ገሩ ፋይዳ ወሊቲፍ ቶኮ ቶኮ ነማቲፍ ኬነመ።

ቶኩማፊ ገራ ገሩማ ኩታ ዸግና

12 ዸግን ኩታ ባይኤ ቀባቱሌ ዸግኑመ ቶኮ፤ ኩታወን ዸግና ዮ ባይአተንሌ ሁንድሳኒ ዸግኑመ ቶኮ ተኡ። ክርስቶስስ አከሱመ።

22 ዹጉማኑ ኩታወን ዸግና ከኔን ደዸቦ ፈካተን አከ መሌ በርባችሶዸ፤

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    4 Kennaawwan gosa garaa garaatu jira; Hafuurri garuu tokkuma.

    7 Mulʼanni Hafuura Qulqulluu garuu faayidaa waliitiif tokkoo tokkoo namaatiif kennama.

    12 Dhagni kutaa baayʼee qabaatu illee dhagnuma tokko; kutaawwan dhagnaa yoo baayʼatani illee hundi isaanii dhagnuma tokko taʼu. Kiristoosis akkasuma.

    22 Dhugumaanuu kutaawwan dhagnaa kanneen dadhaboo fakkaatan akka malee barbaachisoo dha;

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Kennaawwan gosa garaa garaatu jira; Hafuurri garuu tokkuma.

    7 Mulʼanni Hafuura Qulqulluu garuu faayidaa waliitiif tokkoo tokkoo namaatiif kennama.

    12 Dhagni kutaa baayʼee qabaatu illee dhagnuma tokko; kutaawwan dhagnaa yoo baayʼatani illee hundi isaanii dhagnuma tokko taʼu. Al-Masiihiinis akkasuma.

    22 Dhugumaanuu kutaawwan dhagnaa kanneen dadhaboo fakkaatan akka malee barbaachisoo dha;

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.