Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ቆሮንቶስ 12:4-7,22

ONOCV New Oromo Contemporary Version

4 ኬናወን ጎሰ ገራ ገራቱ ጅረ፤ ሀፉር ገሩ ቶኩመ። 5 ተጃጅለ ጎሰ ገራ ገራቱ ጅረ፤ ጎፍታን ገሩ ቶኩመ። 6 ሆጂ ጎሰ ገራ ገራቱ ጅረ፤ ዋን ሁንዱማ ገሩ ዋቀ ቶክቸቱ ነመ ሁንዱማን ሆጄተ።

7 ሙልአትን ሀፉረ ቁልቁሉ ገሩ ፋይዳ ወሊቲፍ ቶኮ ቶኮ ነማቲፍ ኬነመ።

22 ዹጉማኑ ኩታወን ዸግና ከኔን ደዸቦ ፈካተን አከ መሌ በርባችሶዸ፤

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    4 Kennaawwan gosa garaa garaatu jira; Hafuurri garuu tokkuma. 5 Tajaajila gosa garaa garaatu jira; Gooftaan garuu tokkuma. 6 Hojii gosa garaa garaatu jira; waan hundumaa garuu Waaqa tokkichatu nama hundumaan hojjeta.

    7 Mulʼanni Hafuura Qulqulluu garuu faayidaa waliitiif tokkoo tokkoo namaatiif kennama.

    22 Dhugumaanuu kutaawwan dhagnaa kanneen dadhaboo fakkaatan akka malee barbaachisoo dha;

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Kennaawwan gosa garaa garaatu jira; Hafuurri garuu tokkuma. 5 Tajaajila gosa garaa garaatu jira; Gooftaan garuu tokkuma. 6 Hojii gosa garaa garaatu jira; waan hundumaa garuu Allaah tokkichatu nama hundumaan hojjeta.

    7 Mulʼanni Hafuura Qulqulluu garuu faayidaa waliitiif tokkoo tokkoo namaatiif kennama.

    22 Dhugumaanuu kutaawwan dhagnaa kanneen dadhaboo fakkaatan akka malee barbaachisoo dha;

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.