Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ቆሮንቶስ 14:2,4,14,15

ONOCV New Oromo Contemporary Version

2 ነምን አፋን ሃራን ዱበቱ ከምዩ ዋቀት መሌ ነሞተት ህንዱበቱቲ። ዹጉማን ነምን ቶኮዩ እሰ ህንሁበቱ፤ እን ሀፉራን እጪቲ ዱበተ። 4 ነምን አፋን ሃራን ዱበቱ ኦፉመሳ ጭምሰ፤ ከን ራጂ ዱበቱ ገሩ ወልዳ ክርስታና ጭምሰ።

14 ዮ አን አፋን ሃራን ከዸዼ ሀፉርኮ ንከዸታቲ፤ ቀልቢንኮ ገሩ ህንህርማቱ። 15 ዮስ አን ማለን ጎዸሬ? ሀፉረኮቲን ነንከዸዸ፤ ቀልቢኮቲንስ ነንከዸዸ፤ ሀፉረኮቲን ነንፋርፈዸ፤ ቀልቢኮቲንስ ነንፋርፈዸ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    2 Namni afaan haaraan dubbatu kam iyyuu Waaqatti malee namootatti hin dubbatuutii. Dhugumaan namni tokko iyyuu isa hin hubatu; inni Hafuuraan icciitii dubbata. 4 Namni afaan haaraan dubbatu ofuma isaa cimsa; kan raajii dubbatu garuu waldaa kiristaanaa cimsa.

    14 Yoo ani afaan haaraan kadhadhe hafuurri koo ni kadhataatii; qalbiin koo garuu hin hirmaatu. 15 Yoos ani maalan godha ree? Hafuura kootiin nan kadhadha; qalbii kootiinis nan kadhadha; hafuura kootiin nan faarfadha; qalbii kootiinis nan faarfadha.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    2 Namni afaan haaraan dubbatu kam iyyuu Allaahatti malee namootatti hin dubbatuutii. Dhugumaan namni tokko iyyuu isa hin hubatu; inni Hafuuraan icciitii dubbata. 4 Namni afaan haaraan dubbatu ofuma isaa cimsa; kan raajii dubbatu garuu waldaa kiristaanaa cimsa.

    14 Yoo ani afaan haaraan duʼaa godhe hafuurri koo duʼaa ni godhaatii; qalbiin koo garuu hin hirmaatu. 15 Yoos ani maalan godha ree? Hafuura kootiin duʼaa nan godha; qalbii kootiinis duʼaa nan godha; hafuura kootiin nan faarfadha; qalbii kootiinis nan faarfadha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.