Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ቆሮንቶስ 6:12

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ሀለሉማ

12 "ወንት ሁንድኑ ናፍ ኤየመሜረ"፤ ከን ፋይዳ ቀቡ ገሩ ሁንደሳ ምት፤ "ወንት ሁንድኑ ናፍ ኤየመሜረ"፤ ገሩ ወንት ቶኮዩ ነ ህንሞአቱ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    12 "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" kan faayidaa qabu garuu hunda isaa miti; "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" garuu wanti tokko iyyuu na hin moʼatu.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    12 "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" kan faayidaa qabu garuu hunda isaa miti; "Wanti hundinuu naaf eeyyamameera;" garuu wanti tokko iyyuu na hin moʼatu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.