21 አት ዬሮ ዋመምቴት ገርበ ቱርቴ? ዮ አከስ ተኤ እን ስ ህንያዴስን፤ ዮ ብልሰ በኡ ደንዴሴ ገሩ እት ፈየደም። 22 ነምን ዬሮ ጎፍታዻን ዋመሜት ገርበ ቱሬ እን ጎፍታዻፍ ብልሰ፤ አከሱመሞ ነምን ዬሮ ዋመሜት ብልሰ ቱሬ እን ገርብቸ ክርስቶስ። 23 እስን ገቲዻን ብተምተን፤ ገርቦተ ነሞታ ህንተእና። 24 ያ ኦቦሎተ፣ ቶኮን ቶኮን ነማ ሃሉመ ዬሮ እት ዋመሜት ኬሰ ቱሬን ፉለ ዋቃ ዱረ ሃጅራቱ።
1 ቆሮንቶስ 7:21-24
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
21 Ati yeroo waamamtetti garba turtee? Yoo akkas taʼe inni si hin yaaddessin; yoo bilisa baʼuu dandeesse garuu itti fayyadami. 22 Namni yeroo Gooftaadhaan waamametti garba ture inni gooftaadhaaf bilisa; akkasuma immoo namni yeroo waamametti bilisa ture inni garbicha Kiristoos. 23 Isin gatiidhaan bitamtan; garboota namootaa hin taʼinaa. 24 Yaa obboloota, tokkoon tokkoon namaa haaluma yeroo itti waamametti keessa tureen fuula Waaqaa dura haa jiraatu.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
21 Ati yeroo waamamtetti garba turtee? Yoo akkas taʼe inni si hin yaaddessin; yoo bilisa baʼuu dandeesse garuu itti fayyadami. 22 Namni yeroo Gooftaadhaan waamametti garba ture inni gooftaadhaaf bilisa; akkasuma immoo namni yeroo waamametti bilisa ture inni garbicha Al-Masiihii ti. 23 Isin gatiidhaan bitamtan; garboota namootaa hin taʼinaa. 24 Yaa obboloota, tokkoon tokkoon namaa haaluma yeroo itti waamametti keessa tureen fuula Allaaha dura haa jiraatu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.