Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ዮሀንስ 3:16-18

ONOCV New Oromo Contemporary Version

16 ዬሱስ ክርስቶስ ሉቡሳ ደበርሴ ኑፍ ኬኔረ፦ ጃለል ማል አከ ተኤስ ከናን ቤክነ፤ ኑስ አከሱመ ሉቡኬኘ ደበርስኔ ኦቦሎተኬኛፍ ኬኑ ቀብነ። 17 ነምን ቀቤኘ አዱኛ ቀቡ ከምዩ ዮ ኦቦሌሰሳ ረከታ አርጌ ገራ እት ጀባቴ ጃለል ዋቃ አከምት እሰ ኬሰ ጅራቹ ደንደአ? 18 ያ እጆሌ ጃለተሞ፣ ኮታ ዱቢን ዮካን አፋን ቆፋን ኡቱ ህንተእን ሆጂፊ ዹጋዻን ጃለትና።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    16 Yesuus Kiristoos lubbuu isaa dabarsee nuuf kenneera: Jaalalli maal akka taʼes kanaan beekna; nus akkasuma lubbuu keenya dabarsinee obboloota keenyaaf kennuu qabna. 17 Namni qabeenya addunyaa qabu kam iyyuu yoo obboleessa isaa rakkataa argee garaa itti jabaate jaalalli Waaqaa akkamitti isa keessa jiraachuu dandaʼa? 18 Yaa ijoollee jaallatamoo, kottaa dubbiin yookaan afaan qofaan utuu hin taʼin hojii fi dhugaadhaan jaallannaa.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    16 Iisaa Al-Masiihiin lubbuu isaa dabarsee nuuf kenneera: Jaalalli maal akka taʼes kanaan beekna; nus akkasuma lubbuu keenya dabarsinee obboloota keenyaaf kennuu qabna. 17 Namni qabeenya addunyaa qabu kam iyyuu yoo obboleessa isaa rakkataa argee garaa itti jabaate jaalalli Allaaha akkamitti isa keessa jiraachuu dandaʼa? 18 Yaa ijoollee jaallatamoo, kottaa dubbiin yookaan afaan qofaan utuu hin taʼin hojii fi dhugaadhaan jaallannaa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.