14 እጀ ጀብን ኑ ፉለ ዋቃ ዱረት ቀብኑ እሰ ከነ፦ ዮ ኑ አከ ፌዺሳት ዋን ሁንደ እሰ ከዸትኔ እን ኑፍ ዸገአ። 15 ኑ ዮ አከ እን ዋን ኑ ከዸትኑ ሁንደ ኑፍ ዸገኡ ቤክኔ፣ አከ ዋን እሰ ከዸትኔስ አርገትኑ ንቤክነ።
Publicidade
1 ዮሀንስ 5:14,15
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
14 Ija jabinni nu fuula Waaqaa duratti qabnu isa kana: yoo nu akka fedhii isaatti waan hunda isa kadhanne inni nuuf dhagaʼa. 15 Nu yoo akka inni waan nu kadhannu hunda nuuf dhagaʼu beekne, akka waan isa kadhannes argannu ni beekna.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
14 Ija jabinni nu fuula Allaaha duratti qabnu isa kana: yoo nu akka fedhii isaatti waan hunda isa kadhanne inni nuuf dhagaʼa. 15 Nu yoo akka inni waan nu kadhannu hunda nuuf dhagaʼu beekne, akka waan isa kadhannes argannu ni beekna.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.