36 ዬሮ ኣርሳን ዽኣቱት፣ ኤልያስ ራጅች ገድ በኤ አከነ ጄዼ ከዸቴ፤ "ያ ዋቀዮ፣ ያ ዋቀ አብረሃም፣ ዋቀ ይስሃቅ፣ ዋቀ እስራኤል፣ አከ አት እስራኤል ኬሰት ዋቀ ታቴፊ አከ አንስ ገርብቸኬ ተኤ አመሌ ዋን ከነ ሁንደ አጀጁመኬቲን አከን ሆጄዼ ሀርአ ሃቤከሙ።
Publicidade
1 ሞቶተ 18:36
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
36 Yeroo aarsaan dhiʼaatutti, Eeliyaas raajichi gad baʼee akkana jedhee kadhate; "Yaa Waaqayyo, yaa Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaq, Waaqa Israaʼel, akka ati Israaʼel keessatti Waaqa taatee fi akka anis garbicha kee taʼee amma illee waan kana hunda ajajuma keetiin akkan hojjedhe harʼa haa beekamu.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
36 Yeroo aarsaan dhiʼaatutti, Iliyaas nabiiʼiyyichi gad baʼee akkana jedhee kadhate; "Rabbii Allaah, yaa Allaah Ibraahim, Allaah Yisihaaq, Allaah Israaʼel, akka ati Israaʼel keessatti Allaah taatee fi akka anis garbicha kee taʼee amma illee waan kana hunda ajajuma keetiin akkan hojjedhe harʼa haa beekamu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.