Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ሞቶተ 8:48

ONOCV New Oromo Contemporary Version

48 ዮ እሳን ብየ ዲኖተሳኒ ከኔን ቦጅአኒ እሳን ፉዸተን ሰና ኬሰት ገራፊ ሉቡሳኒ ጉቱዻን ገረኬት ዴብአኒ ገረ ብየ አት አቦቲሳኒቲፍ ኬንቴት፣ ገረ መጋላ አት ፍለቴፊ ገረ መነ ቁልቁሉማ ከን አን መቃኬቲፍ እጃሬ ሰናት ፉለ ዴብፈተኒ ስ ከዸተን፣

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    48 yoo isaan biyya diinota isaanii kanneen boojiʼanii isaan fudhatan sanaa keessatti garaa fi lubbuu isaanii guutuudhaan gara keetti deebiʼanii gara biyya ati abbootii isaaniitiif kenniteetti, gara magaalaa ati filattee fi gara mana qulqullummaa kan ani Maqaa keetiif ijaare sanaatti fuula deebifatanii si kadhatan,

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    48 yoo isaan biyya diinota isaanii kanneen boojiʼanii isaan fudhatan sanaa keessatti garaa fi lubbuu isaanii guutuudhaan gara keetti deebiʼanii gara biyya ati abbootii isaaniitiif kenniteetti, gara magaalaa ati filattee fi gara mana qulqullummaa kan ani Maqaa keetiif ijaare sanaatti fuula deebifatanii si duratti duʼaa godhatan,

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.