63 ሶሎሞንስ ኣርሳ ነጋ ዋቀዮፍ ዽኤሴ፤ ኣርሳን ዽኤፈሜስ ሎን ኩመ ድግደሚ ለመ፣ ሆሎታፊ ሬኦተ ኩመ ዽበ ቶኮፊ ድግደመ ቱሬ። አከሲን ሞትቺፊ ሰብን እስራኤል ሁንድ መነ ቁልቁሉማ ዋቀዮ ኤብሰን።
Publicidade
1 ሞቶተ 8:63
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
63 Solomoonis aarsaa nagaa Waaqayyoof dhiʼeesse; aarsaan dhiʼeeffames loon kuma digdamii lama, hoolotaa fi reʼoota kuma dhibba tokkoo fi digdama ture. Akkasiin mootichii fi sabni Israaʼel hundi mana qulqullummaa Waaqayyoo eebbisan.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
63 Suleyimaanis aarsaa nagaa Rabbii Allaahaf dhiʼeesse; aarsaan dhiʼeeffames loon kuma digdamii lama, hoolotaa fi reʼoota kuma dhibba tokkoo fi digdama ture. Akkasiin mootichii fi sabni Israaʼel hundi mana qulqullummaa Rabbii Allaah eebbisan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.