34 ዳዊት ገሩ ሳኦሊን አከነ ጄዼ፤ "ገርብችኬ ሆሎተ አባሳ ትክሳ ቱሬ። ዬሮ ሌንጭ ዮካን አማኬትን ዹፌ ቡሻዬ ኬሳ ቶኮ ፉዸቱት፣ 35 አን እሰ ፋነ ፊጌ ዸኤ ሆላ ሰነ አፋንሳቲ ነንቡስሰን ቱሬ። ዮ እን ነት ገረ ገሌሞ ኮኬሳ ቀቤ ዸኤ እሰ አጄሰ ቱሬ። 36 አን ገርብችኬ ሌንጫፊ አማኬተ አጄሴረ፤ ፍልስጤምች ዸግነ ህንቀበትን ኩንስ አኩመ ቶኮሳኒ ተአ፤ እን ሎልቶተ ዋቀ ጅራታ ዶርስሴራቲ።
1 ሳሙኤል 17:34-36
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
34 Daawit garuu Saaʼoliin akkana jedhe; "Garbichi kee hoolota abbaa isaa tiksaa ture. Yeroo leenci yookaan amaakenni dhufee bushaayee keessaa tokko fudhatutti, 35 ani isa faana fiigee dhaʼee hoolaa sana afaan isaatii nan buusisan ture. Yoo inni natti gara gale immoo kokkee isaa qabee dhaʼee isa ajjeesa ture. 36 Ani garbichi kee leencaa fi amaaketa ajjeeseera; Filisxeemichi dhagna hin qabatin kunis akkuma tokkoo isaanii taʼa; inni loltoota Waaqa jiraataa doorsiseeraatii.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
34 Daawud garuu Saaʼoliin akkana jedhe; "Garbichi kee hoolota abbaa isaa tiksaa ture. Yeroo leenci yookaan amaakenni dhufee bushaayee keessaa tokko fudhatutti, 35 ani isa faana fiigee dhaʼee hoolaa sana afaan isaatii nan buusisan ture. Yoo inni natti gara gale immoo kokkee isaa qabee dhaʼee isa ajjeesa ture. 36 Ani garbichi kee leencaa fi amaaketa ajjeeseera; Filisxeemichi dhagna hin qabatin kunis akkuma tokkoo isaanii taʼa; inni loltoota Allaah jiraataa doorsiseeraatii.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.