Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ሳሙኤል 23:16-18

ONOCV New Oromo Contemporary Version

16 ዮናታን እልም ሳኦልስ ዳዊት ብረ ሆሬሻ ዸቄ፤ መቃ ዋቃቲንስ እሰ ጀጀቤሴ። 17 እንስ፣ "ህንሶዳትን፤ አባንኮ ሳኦል ሀርኩማኑ ስ ህንቱቁ። አት ሞቲ እስራኤል ታተ፤ አንሞ እት ኣናኬ ነንተአ። አባንኮ ሳኦልዩ ዋን ከነ ንቤከ" ጄዼን። 18 እሳን ለማኑ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ከኩ ወሊ ገለን። ኤርገሲ ዮናታን መነ ኦፊሳት ገሌ፤ ዳዊትሞ ሆሬሻት ሀፌ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    16 Yoonaataan ilmi Saaʼolis Daawit bira Hooreshaa dhaqe; maqaa Waaqaatiinis isa jajjabeesse. 17 Innis, "Hin sodaatin; abbaan koo Saaʼol harkumaanuu si hin tuqu. Ati mootii Israaʼel taata; ani immoo itti aanaa kee nan taʼa. Abbaan koo Saaʼol iyyuu waan kana ni beeka" jedheen. 18 Isaan lamaanuu fuula Waaqayyoo duratti kakuu walii galan. Ergasii Yoonaataan mana ofii isaatti gale; Daawit immoo Hooreshaatti hafe.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    16 Yoonaataan ilmi Saaʼolis Daawud bira Hooreshaa dhaqe; maqaa Allaahatiinis isa jajjabeesse. 17 Innis, "Hin sodaatin; abbaan koo Saaʼol harkumaanuu si hin tuqu. Ati mootii Israaʼel taata; ani immoo itti aanaa kee nan taʼa. Abbaan koo Saaʼol iyyuu waan kana ni beeka" jedheen. 18 Isaan lamaanuu fuula Rabbii Allaah duratti kakuu walii galan. Ergasii Yoonaataan mana ofii isaatti gale; Daawud immoo Hooreshaatti hafe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.