32 ዳዊትስ አቢገዪሊን አከነ ጄዼ፤ "ዋቀዮ ዋቅን እስራኤል እን አከ አት ሀርአ ነ አርግቱፍ ነት ስ ኤርጌ ሃኤብፈሙ። 33 አት ሰበቢ ሀርአ ጎርሰ ጋሪ ና ኬንቴ ዺገ ዸንገላሱፊ ሀርኩመኮቲን ሃሎ ባፈቹራ ነ ዴብፍቴፍ ኤብፈም።
Publicidade
1 ሳሙኤል 25:32,33
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
32 Daawitis Abiigayiiliin akkana jedhe; "Waaqayyo Waaqni Israaʼel inni akka ati harʼa na argituuf natti si erge haa eebbifamu. 33 Ati sababii harʼa gorsa gaarii naa kennitee dhiiga dhangalaasuu fi harkuma kootiin haaloo baafachuu irraa na deebifteef eebbifami.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
32 Daawudis Abiigayiiliin akkana jedhe; "Rabbii Allaahan Israaʼel inni akka ati harʼa na argituuf natti si erge haa eebbifamu. 33 Ati sababii harʼa gorsa gaarii naa kennitee dhiiga dhangalaasuu fi harkuma kootiin haaloo baafachuu irraa na deebifteef eebbifami.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.