Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ጢሞቴዎስ 2:1,2

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ቀጄልቸ ዋኤ ዋቄፈትና

1 ኤጋ አን አከ ዋመቹን፣ ከዸትናን፣ ነማፍ ከዸቹፊ ገለን መቃ ነመ ሁንዳቲን ዽኤፈሙ ዱራን ዱርሴ ነንጎርሰ፤ 2 ኑስ አከ ዋቀ ሶዳቹ ሁንዱማን፣ ኡልፍናንስ ጅሬኘ ነጋቲፊ ተስገቢን ጅራትኑፍ ሞቶታፊ ወረ ታይታ ቀበን ሁንዱማፍስ አከሱመ ሃጎዸሙ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Egaa ani akka waammachuun, kadhannaan, namaaf kadhachuu fi galanni maqaa nama hundaatiin dhiʼeeffamu duraan dursee nan gorsa; 2 nus akka Waaqa sodaachuu hundumaan, ulfinaanis jireenya nagaatii fi tasgabbiin jiraannuuf moototaa fi warra taayitaa qaban hundumaafis akkasuma haa godhamu.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Egaa ani akka waammachuun, duʼaan, namaaf duʼaa gochuu fi galanni maqaa nama hundaatiin dhiʼeeffamu duraan dursee nan gorsa; 2 nus akka Allaah sodaachuu hundumaan, ulfinaanis jireenya nagaatii fi tasgabbiin jiraannuuf moototaa fi warra taayitaa qaban hundumaafis akkasuma haa godhamu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.