Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ተሰሎኒቄ 5:12,13

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ጎርሰ ዹማ

12 ኤጋ ያ ኦቦሎተ፣ ኑ አከ እስን ወረ ግዱኬሰንት ጭመኒ ሆጄተን፣ ከኔን ከራ ጎፍታቲን እስን ሆገነኒፊ እስን ጎርሰን ሰነ ከበጀን እስን ከዸትነ። 13 ሰበቢ ሆጂሳኒቲፍስ ጃለላን ኡልፍነ ጉዳ እሳኒፍ ኬና። ነጋዻንስ ወሊ ወጅን ጅራዻ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    12 Egaa yaa obboloota, nu akka isin warra gidduu keessanitti cimanii hojjetan, kanneen karaa Gooftaatiin isin hooggananii fi isin gorsan sana kabajjan isin kadhanna. 13 Sababii hojii isaaniitiifis jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa. Nagaadhaanis walii wajjin jiraadhaa.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    12 Egaa yaa obboloota, nu akka isin warra gidduu keessanitti cimanii hojjetan, kanneen karaa Gooftaatiin isin hooggananii fi isin gorsan sana kabajjan isin kadhanna. 13 Sababii hojii isaaniitiifis jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa. Nagaadhaanis walii wajjin jiraadhaa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

1 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 1 Tessalonicenses