13 ነሞትን አከና ኤርገሞተ ሶባ፣ ሆጄቶተ ነመ ጎዎምሰን፣ ወረ ኤርገሞተ ክርስቶስ ፈካቹፍ ኦፍ ጌደረኒዸ። 14 ሴጠን መታንሳ ኤርገማ እፋ ፈካቹፍ ዋን ኦፍ ጌደሩፍ ኩን ነመ ህንድንቁ። 15 ኤጋ ተጃጅልቶትንሳስ ዮ ተጃጅልቶተ ቀጄሉማ ፈካቹፍ ኦፍ ጌደረን ኩን ዋን ነመ ድንቁ ምት። ዹምንሳኒስ አኩመ ሆጂሳኒ ተአ።
2 ቆሮንቶስ 11:13-15
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
13 Namoonni akkanaa ergamoota sobaa, hojjettoota nama gowwoomsan, warra ergamoota Kiristoos fakkaachuuf of geeddaranii dha. 14 Seexanni mataan isaa ergamaa ifaa fakkaachuuf waan of geeddaruuf kun nama hin dinqu. 15 Egaa tajaajiltoonni isaas yoo tajaajiltoota qajeelummaa fakkaachuuf of geeddaran kun waan nama dinqu miti. Dhumni isaaniis akkuma hojii isaanii taʼa.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
13 Namoonni akkanaa ergamoota sobaa, hojjettoota nama gowwoomsan, warra ergamoota Al-Masiihii fakkaachuuf of geeddaranii dha. 14 Sheeyxaanni mataan isaa malaʼikkaa ifaa fakkaachuuf waan of geeddaruuf kun nama hin dinqu. 15 Egaa tajaajiltoonni isaas yoo tajaajiltoota qajeelummaa fakkaachuuf of geeddaran kun waan nama dinqu miti. Dhumni isaaniis akkuma hojii isaanii taʼa.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.