9 እን ገሩ፣ "አያንኮ ስገአ፤ ሁምንኮ ደዸቢ ኬሰት ጉቱ ተኣቲ" ናን ጄዼ። ከናፉ ሁምን ክርስቶስ አከ ነረ ቦቆቱፍ ዋኤ ደዸቢኮቲ ጫልችሴ ገመዱዻን አከ መሌ ነንቦነ።
Publicidade
2 ቆሮንቶስ 12:9
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
9 Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Kiristoos akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
9 Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Al-Masiihii akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.