Pular para o conteúdo
Publicidade

2 ቆሮንቶስ 2:14-17

ONOCV New Oromo Contemporary Version

14 ዋቀ ዬሮ ሁንደ አከ ኑ ክርስቶሲን ሞአኖ ቀባትኑ ኑ ታስሴ ኡርጋ ቤኩምሰሳ ከራኬኛን እዶ ሁንደት ፈጫሱፍ ገለን ሃተኡ። 15 ኑ ወረ ፈይፈማ ጅረኒፊ ወረ በዱት ጅረን ግዱት ዋቃፍ ኡርጋ ክርስቶስ። 16 ኑ እሰ ቶኮፍ ኡርጋ ዱኣት፤ እሰ ካኒፍሞ ኡርጋ ጅሬኛት። ኤጋ ኤኙቱ ዋን ከናፍ ገኣ ተአ? 17 ኑ ገሩ አከ ነሞተ ዋቀ ብራ ኤርገመኒት ክርስቶሲን ፉለ ዋቃ ዱረት ገራ ቁልቁሉዻን ዱበትነ መሌ አከ ነሞተ ሄዱ ከኔን ቡኣ አርገቹፍ ጄዸኒ ዱቢ ዋቃ ጉርጉረተኒት ምት።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    14 Waaqa yeroo hunda akka nu Kiristoosiin moʼannoo qabaannu nu taasisee urgaa beekumsa isaa karaa keenyaan iddoo hundatti facaasuuf galanni haa taʼu. 15 Nu warra fayyifamaa jiranii fi warra baduutti jiran gidduutti Waaqaaf urgaa Kiristoos. 16 Nu isa tokkoof urgaa duʼaa ti; isa kaaniif immoo urgaa jireenyaa ti. Egaa eenyutu waan kanaaf gaʼaa taʼa? 17 Nu garuu akka namoota Waaqa biraa ergamaniitti Kiristoosiin fuula Waaqaa duratti garaa qulqulluudhaan dubbanna malee akka namoota hedduu kanneen buʼaa argachuuf jedhanii dubbii Waaqaa gurguratan sanaa miti.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    14 Allaah yeroo hunda akka nu Al-Masiihiin moʼannoo qabaannu nu taasisee urgaa beekumsa isaa karaa keenyaan iddoo hundatti facaasuuf galanni haa taʼu. 15 Nu warra fayyifamaa jiranii fi warra baduutti jiran gidduutti Allaahaf urgaa Al-Masiihii ti. 16 Nu isa tokkoof urgaa duʼaa ti; isa kaaniif immoo urgaa jireenyaa ti. Egaa eenyutu waan kanaaf gaʼaa taʼa? 17 Nu garuu akka namoota Allaah biraa ergamaniitti Al-Masiihiin fuula Allaaha duratti garaa qulqulluudhaan dubbanna malee akka namoota hedduu kanneen buʼaa argachuuf jedhanii dubbii Allaaha gurguratan sanaa miti.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.