Pular para o conteúdo
Publicidade

2 ቆሮንቶስ 9:7

ONOCV New Oromo Contemporary Version

7 ቶኮን ቶኮን ነማ ኡቱ ሰሰታን ዮካን ድርቀማን ህንተእን ዋን ኬኑፍ ገራ ኬሰት ያዴ ሃኬኑ፤ ዋቅን ነመ ገመቹን ኬኑ ጃለታቲ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    7 Tokkoon tokkoon namaa utuu sassataan yookaan dirqamaan hin taʼin waan kennuuf garaa keessatti yaade haa kennu; Waaqni nama gammachuun kennu jaallataatii.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    7 Tokkoon tokkoon namaa utuu sassataan yookaan dirqamaan hin taʼin waan kennuuf garaa keessatti yaade haa kennu; Allaahan nama gammachuun kennu jaallataatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.