Pular para o conteúdo
Publicidade

2 ሞቶተ 20:2,3

ONOCV New Oromo Contemporary Version

2 ህስቅያስስ ፉለሳ ገረ ኬኘን መናት ገረገልፈቴ አከነ ጄዼ ዋቀዮን ከዸቴ፤ 3 "ያ ዋቀዮ፣ አከ አን አመነሙማፊ ገራ ቶኮን ፉለኬ ዱረ ጅራዼ ዋን ፉለኬ ዱረት ጋሪ ተኤስ ሆጄዼ ያደዹ።" ህስቅያስስ ህቅፈቴ ንቦኤ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    2 Hisqiyaasis fuula isaa gara keenyan manaatti garagalfatee akkana jedhee Waaqayyoon kadhate; 3 "Yaa Waaqayyo, akka ani amanamummaa fi garaa tokkoon fuula kee dura jiraadhee waan fuula kee duratti gaarii taʼes hojjedhe yaadadhu." Hisqiyaasis hiqqifatee ni booʼe.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    2 Hisqiyaasis fuula isaa gara keenyan manaatti garagalfatee akkana jedhee Rabbii Allaah duratti duʼaa goote; 3 "Rabbii Allaah, akka ani amanamummaa fi garaa tokkoon fuula kee dura jiraadhee waan fuula kee duratti gaarii taʼes hojjedhe yaadadhu." Hisqiyaasis hiqqifatee ni booʼe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.