8 ዬሱስ ክርስቶስ እሰ ወረ ዱአን ኬሳ ካፈሜ፣ እሰ ሰኚ ዳዊትራ ዸለቴ ያደዹ። ኩን ወንጌለኮ 9 ከን አን እሳፍ ጄዼ አከ ነመ የከ ሆጄቴ ቶኮት ሀመ ፎንጫን ህዸሙት ዽጰቻፊ ጅሩዸ። ዱቢን ዋቃ ገሩ ህንህዸሙ።
Publicidade
2 ጢሞቴዎስ 2:8,9
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
8 Yesuus Kiristoos isa warra duʼan keessaa kaafame, isa sanyii Daawit irraa dhalate yaadadhu. Kun wangeela koo 9 kan ani isaaf jedhee akka nama yakka hojjete tokkootti hamma foncaan hidhamuutti dhiphachaafii jiruu dha. Dubbiin Waaqaa garuu hin hidhamu.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
8 Iisaa Al-Masiihi isa warra duʼan keessaa kaafame, isa sanyii Daawud irraa dhalate yaadadhu. Kun injiila koo 9 kan ani isaaf jedhee akka nama yakka hojjete tokkootti hamma foncaan hidhamuutti dhiphachaafii jiruu dha. Dubbiin Allaaha garuu hin hidhamu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.