13 ገላንስ ወረ ዱአን ከኔን እሰ ኬሰ ቱረን ኦፍ ኬሳ ባሴ ኬኔ፤ ዱቲፊ ሲኦልስ ወረ ዱአን ከኔን እሳን ኬሰ ቱረን ኦፍ ኬሳ ባሰኒ ኬነን፤ ነምን ሁንድስ አኩመ ሆጂሳት ሙርቲ አርገቴ። 14 ኤርገሲስ ዱቲፊ ሲኦል ሀሮ እብዳት ገድ ደርበተመን። ሀሮትን እብዳ ኩንስ ዱአ ለመፋት። 15 ነምን መቃንሳ ክታበ ጅሬኛ ኬሰት ህንገልሜፈምን ከምዩ ሀሮ እብዳት ገድ ደርበተሜ።
ሙልአተ 20:13-15
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
13 Galaannis warra duʼan kanneen isa keessa turan of keessaa baasee kenne; duutii fi Siiʼoolis warra duʼan kanneen isaan keessa turan of keessaa baasanii kennan; namni hundis akkuma hojii isaatti murtii argate. 14 Ergasiis duutii fi Siiʼool haroo ibiddaatti gad darbataman. Haroon ibiddaa kunis duʼa lammaffaa ti. 15 Namni maqaan isaa kitaaba jireenyaa keessatti hin galmeeffamin kam iyyuu haroo ibiddaatti gad darbatame.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.