13 ይሁዶትን ብየ ኬሰ ነናነአኒ ሀፉሮተ ጡራኦ ነመ ኬሳ ባሰን ቶኮ ቶኮስ ነሞተ ሀፉረ ሀማን ቀበመንረት መቃ ጎፍታ ዬሱስ ዋሙ ያለን፤ እሳንስ፣ "አን መቃ ዬሱስ ከን ጳዉሎስ ለለቡ ሰናን ስን አጀጀ" ጄዸን። 14 እልማን አስቄዋ፣ እሰ ሉበ ሀንገፈ ይሁዶታ ቱሬ ሰና ቶርበንስ ዋን ከነ ሆጄተኒሩ። 15 ሀፉር ሀማን ሱን ገሩ፣ "አን ዬሱስን ቤከ፤ ዋኤ ጳዉሎስስ ቤከ፤ እስንሞ ኤኙ?" ጄዼ ዴብሴፍ። 16 ነምች ሀፉረ ሀማን ቀበሜ ሱንስ እሳንት ኡታሌ፤ ሁንደሳኒስ ሞአቴ፤ ንቱሜስ፤ እሳንስ መዳአኒ ቁላሳኒ መነ ኬሳ በአኒ በቀተን።
ሆጂ 19:13-16
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
13 Yihuudoonni biyya keessa nanaannaʼanii hafuurota xuraaʼoo nama keessaa baasan tokko tokkos namoota hafuura hamaan qabaman irratti maqaa Gooftaa Yesuus waamuu yaalan; isaanis, "Ani maqaa Yesuus kan Phaawulos lallabu sanaan sin ajaja" jedhan. 14 Ilmaan Iskoyaas, isa luba hangafa Yihuudootaa ture sanaa torbanis waan kana hojjetaniiru. 15 Hafuurri hamaan sun garuu, "Ani Yesuusin beeka; waaʼee Phaawulosis beeka; isin immoo eenyu?" jedhee deebiseef. 16 Namichi hafuura hamaan qabame sunis isaanitti utaale; hunda isaaniis moʼate; ni tumes; isaanis madaaʼanii qullaa isaanii mana keessaa baʼanii baqatan.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
13 Yihuudoonni biyya keessa nanaannaʼanii hafuurota xuraaʼoo nama keessaa baasan tokko tokkos namoota hafuura hamaan qabaman irratti maqaa Gooftaa Iisaa waamuu yaalan; isaanis, "Ani maqaa Iisaa kan Phaawulos lallabu sanaan sin ajaja" jedhan. 14 Ilmaan Iskoyaas, isa luba hangafa Yihuudootaa ture sanaa torbanis waan kana hojjetaniiru. 15 Hafuurri hamaan sun garuu, "Ani Iisaa beeka; waaʼee Phaawulosis beeka; isin immoo eenyu?" jedhee deebiseef. 16 Namichi hafuura hamaan qabame sunis isaanitti utaale; hunda isaaniis moʼate; ni tumes; isaanis madaaʼanii qullaa isaanii mana keessaa baʼanii baqatan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.