Pular para o conteúdo
Publicidade

ሆጂ 2:1-4

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ዹፋቲ ሀፉረ ቁልቁሉ

1 ዬሮ ጉያን ጴንጤቆስጤ2፥1 ጉያን ጴንጤቆስጤ – ጉያን ኩን ናኖ ጫምሳ 20 ተአ፤ እንስ ጉያ ይሁዶትን አያነ ሃማ ምዻኒ እት አያኔፈተን። ጴንጤቆስጤ ጄቹን "ሸንተመፋ" ጄቹዸ፤ ኩንስ ሰበቢ አያን ኩን ኤርገ አያን ፋሲካ ደርቤ ጉያ ሸንተማ ቦዴ አያኔፈሙፍ። አያን ኩን አያኖተ ወር እስራኤሊ ወጋ ኬሰት አያኔፈተን ጉርጉዶ ሰደን ኬሳ እሰ ቶኮ። እሳን ጉያ ከነት ኬነሙ ሴራ ያደተን፤ ዬሮ አያነ ከናት ዺሮትን ይሁዶታ ገረ ዬሩሳሌም ዸቁን በርባችሳ ቱሬ። ገኤት፣ ሁንድሳኒ እዶ ቶኮት ወልት ቀበመኒ ቱረን። 2 አኩመ ተሳስ ሰገሌን አከ ቡቤ ጀባ ቡብሱ ቶኮ ሰሚራ ዹፌ መነ እሳን ኬሰ ተታኣ ቱረን ሰነ ሁንደ ጉቴ። 3 እሳንስ ዋን አከ አረበ እብዳ2፥3 ዋን አከ አረበ እብዳ – እብድ መለቶ አርገሙ ዋቃት፤ ሙርቲ ዋቃ ወጅንስ ንዴመ። ቶኮ እሳ ገርገር ቆደሜ ዹፌ ቶኮ ቶኮሳኒረ ቡቡኡ አርገን። 4 ሁንድሳኒስ ሀፉረ ቁልቁሉዻን ጉተመኒ አኩመ ሀፉር ሱን እሳን ደንዴስሴት አፋን ገረ ብራቲን ዱበቹ ጀልቀበን።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Yeroo guyyaan Pheenxeqoosxee2:1 Guyyaan Pheenxeqoosxee – Guyyaan kun naannoo caamsaa 20 taʼa; innis guyyaa Yihuudoonni ayyaana haamaa midhaanii itti ayyaaneffatan. Pheenxeqoosxee jechuun "Shantamaffaa" jechuu dha; kunis sababii ayyaanni kun erga ayyaanni Faasiikaa darbee guyyaa shantamaa booddee ayyaaneffamuuf. Ayyaanni kun ayyaanota warri Israaʼel waggaa keessatti ayyaaneffatan gurguddoo sadan keessaa isa tokko. Isaan guyyaa kanatti kennamuu seeraa yaadatu; yeroo ayyaana kanaatti dhiironni Yihuudootaa gara Yerusaalem dhaquun barbaachisaa ture. gaʼetti, hundi isaanii iddoo tokkotti walitti qabamanii turan. 2 Akkuma tasaas sagaleen akka bubbee jabaa bubbisu tokko samii irraa dhufee mana isaan keessa tataaʼaa turan sana hunda guute. 3 Isaanis waan akka arraba ibiddaa2:3 Waan akka arraba ibiddaa – Ibiddi mallattoo argamuu Waaqaa ti; murtii Waaqaa wajjinis ni deema. tokko isaa gargar qoodamee dhufee tokkoo tokkoo isaanii irra bubbuʼu argan. 4 Hundi isaaniis Hafuura Qulqulluudhaan guutamanii akkuma hafuurri sun isaan dandeessisetti afaan gara biraatiin dubbachuu jalqaban.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Yeroo guyyaan Pheenxeqoosxee2:1 Guyyaan Pheenxeqoosxee – Guyyaan kun naannoo caamsaa 20 taʼa; innis guyyaa Yihuudoonni ayyaana haamaa midhaanii itti ayyaaneffatan. Pheenxeqoosxee jechuun "Shantamaffaa" jechuu dha; kunis sababii ayyaanni kun erga ayyaanni Faasiikaa darbee guyyaa shantamaa booddee ayyaaneffamuuf. Ayyaanni kun ayyaanota warri Israaʼel waggaa keessatti ayyaaneffatan gurguddoo sadan keessaa isa tokko. Isaan guyyaa kanatti kennamuu seeraa yaadatu; yeroo ayyaana kanaatti dhiironni Yihuudootaa gara Yerusaalem dhaquun barbaachisaa ture. gaʼetti, hundi isaanii iddoo tokkotti walitti qabamanii turan. 2 Akkuma tasaas sagaleen akka bubbee jabaa bubbisu tokko shamaayʼun irraa dhufee mana isaan keessa tataaʼaa turan sana hunda guute. 3 Isaanis waan akka arraba ibiddaa2:3 Waan akka arraba ibiddaa – Ibiddi mallattoo argamuu Allaaha ti; murtii Allaaha wajjinis ni deema. tokko isaa gargar qoodamee dhufee tokkoo tokkoo isaanii irra bubbuʼu argan. 4 Hundi isaaniis Hafuura Qulqulluudhaan guutamanii akkuma hafuurri sun isaan dandeessisetti afaan gara biraatiin dubbachuu jalqaban.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.