5 ከናፍ ሀዊ አዱኛ እሰ እስን ኬሰት ሆጄቻ ጅሩ ሁንዱማ አጄሳ፤ ኩንስ ሀለሉማ፣ ጡራኡማ፣ ዸራ ፎኒ፣ ሀዊ ሀማፊ ሰሰቱማ እሰ ዋቀ ቶልፈማ ዋቄፈቹ ተኤ ሰናዸ።
Publicidade
ቆሎሳይስ 3:5
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
5 Kanaaf hawwii addunyaa isa isin keessatti hojjechaa jiru hundumaa ajjeesaa; kunis halalummaa, xuraaʼummaa, dharraa foonii, hawwii hamaa fi sassattummaa isa waaqa tolfamaa waaqeffachuu taʼe sanaa dha.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
5 Kanaaf hawwii addunyaa isa isin keessatti hojjechaa jiru hundumaa ajjeesaa; kunis halalummaa, xuraaʼummaa, dharraa foonii, hawwii hamaa fi sassattummaa isa waaqeffatamaa tolfamaa waaqeffachuu taʼe sanaa dha.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.