Pular para o conteúdo
Publicidade

ቆሎሳይስ 3:5-9

ONOCV New Oromo Contemporary Version

5 ከናፍ ሀዊ አዱኛ እሰ እስን ኬሰት ሆጄቻ ጅሩ ሁንዱማ አጄሳ፤ ኩንስ ሀለሉማ፣ ጡራኡማ፣ ዸራ ፎኒ፣ ሀዊ ሀማፊ ሰሰቱማ እሰ ዋቀ ቶልፈማ ዋቄፈቹ ተኤ ሰናዸ። 6 ሰበቢ ከናፍስ ዼከምስ ዋቃ ወረ ህንአጀጀምኔት ንዹፈ። 7 እስንስ ጅሬኘ ዱር ጅራተን ኬሰት ከሩመ አከሲረ ዴዴብኣ ቱርተን። 8 አመ ገሩ ዋን አከሲ ሁንደ፦ ኣሪ፣ ዼከምሰ፣ ሀምናፊ መቃ ነመ በሌሱ ኦፍራ ፈጌሳ፤ ዱቢን ገዼንስ አፋንኬሰኒ ህንበእን። 9 ወል ህንሶብና፤ እስን ኤኙማኬሰን እሰ ሞፋ ሰነ ሆጂሳ ወጅን ኦፍራ ባፍተኒ

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    5 Kanaaf hawwii addunyaa isa isin keessatti hojjechaa jiru hundumaa ajjeesaa; kunis halalummaa, xuraaʼummaa, dharraa foonii, hawwii hamaa fi sassattummaa isa waaqa tolfamaa waaqeffachuu taʼe sanaa dha. 6 Sababii kanaafis dheekkamsi Waaqaa warra hin ajajamnetti ni dhufa. 7 Isinis jireenya dur jiraattan keessatti karuma akkasii irra deddeebiʼaa turtan. 8 Amma garuu waan akkasii hunda: aarii, dheekkamsa, hamminaa fi maqaa nama balleessuu of irraa fageessaa; dubbiin gadheenis afaan keessanii hin baʼin. 9 Wal hin sobinaa; isin eenyummaa keessan isa moofaa sana hojii isaa wajjin of irraa baaftanii

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    5 Kanaaf hawwii addunyaa isa isin keessatti hojjechaa jiru hundumaa ajjeesaa; kunis halalummaa, xuraaʼummaa, dharraa foonii, hawwii hamaa fi sassattummaa isa waaqeffatamaa tolfamaa waaqeffachuu taʼe sanaa dha. 6 Sababii kanaafis dheekkamsi Allaaha warra hin ajajamnetti ni dhufa. 7 Isinis jireenya dur jiraattan keessatti karuma akkasii irra deddeebiʼaa turtan. 8 Amma garuu waan akkasii hunda: aarii, dheekkamsa, hamminaa fi maqaa nama balleessuu of irraa fageessaa; dubbiin gadheenis afaan keessanii hin baʼin. 9 Wal hin sobinaa; isin eenyummaa keessan isa moofaa sana hojii isaa wajjin of irraa baaftanii

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses