5 በርቸ ፉሩዻን ወረ አላ ወጅን ሁበትናዻን ጅራዻ። 6 ቶኮ ቶኮ ነማቲፍ አከምት አከ ዴቢ ኬንተን አከ ቤክተኒፍ ዱቢንኬሰን ዬሮ ሁንደ አያናን ከን ጉተሜ፣ ሶግዳንስ ከን ምኤፈሜ ሃተኡ።
Publicidade
ቆሎሳይስ 4:5,6
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
5 Baricha furuudhaan warra alaa wajjin hubannaadhaan jiraadhaa. 6 Tokkoo tokkoo namaatiif akkamitti akka deebii kennitan akka beektaniif dubbiin keessan yeroo hunda ayyaanaan kan guutame, soogiddaanis kan miʼeeffame haa taʼu.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
5 Baricha furuudhaan warra alaa wajjin hubannaadhaan jiraadhaa. 6 Tokkoo tokkoo namaatiif akkamitti akka deebii kennitan akka beektaniif dubbiin keessan yeroo hunda ayyaanaan kan guutame, soogiddaanis kan miʼeeffame haa taʼu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.