Pular para o conteúdo
Publicidade

ዳንኤል 6:22

ONOCV New Oromo Contemporary Version

22 ዋቅንኮ ኤርገማሳ ኤርጌ አፋን ሌንጮታ ጩፌ። ሰበቢ አን ፉለሳ ዱረት ቁልቁሉ ተኤ አርገሜፍ እሳን ሆማ ነ ህንጎኔ። ያ ሞቲ አን ፉለኬ ዱረትስ የከ ቶኮሌ ህንሆጄትኔቲ።"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    22 Waaqni koo ergamaa isaa ergee afaan leencotaa cufe. Sababii ani fuula isaa duratti qulqulluu taʼee argameef isaan homaa na hin goone. Yaa Mootii ani fuula kee durattis yakka tokko illee hin hojjenneetii."

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    22 Allaahan koo malaʼikkaa isaa ergee afaan leencotaa cufe. Sababii ani fuula isaa duratti qulqulluu taʼee argameef isaan homaa na hin goone. Yaa Mootii ani fuula kee durattis yakka tokko illee hin hojjenneetii."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.