18 እን እጆሌ አቦቲ ህንቀብኔፊ ኒቶተ ዽርሶትንሳኒራ ዱአኒፍ ንፈልመ፤ አለጎተስ ኛታፊ ኡፈተሳኒ ኬኑዻን ጃለተ። 19 አለጎተ ጃለዻ፤ እስን መታንኬሰን ብየ ግብጥት አለጎተ ቱርተኒቲ።
Publicidade
ኬሰ ዴቢ 10:18,19
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
18 Inni ijoollee abbootii hin qabnee fi niitota dhirsoonni isaanii irraa duʼaniif ni falma; alagootas nyaataa fi uffata isaanii kennuudhaan jaallata. 19 Alagoota jaalladhaa; isin mataan keessan biyya Gibxitti alagoota turtaniitii.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
18 Inni ijoollee abbootii hin qabnee fi niitota dhirsoonni isaanii irraa duʼaniif ni falma; alagootas nyaataa fi uffata isaanii kennuudhaan jaallata. 19 Alagoota jaalladhaa; isin mataan keessan biyya Gibxitti alagoota turtaniitii.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.