Pular para o conteúdo
Publicidade

ኬሰ ዴቢ 11:18-21

ONOCV New Oromo Contemporary Version

18 ዱቢወንኮ ከኔን ገራፊ ቀልቢኬሰንት ቀበዻ፤ አከ መለቶት ሀርከት ህዸዻ፤ አደኬሰንረትስ መጠንፈዻ። 19 እጆሌኬሰንስ በርሲሳ፤ ዬሮ መነ ቴሱ፣ ዬሮ ከራ ዴምቱ፣ ዬሮ ጪፍቱፊ ዬሮ ደመቅጡት ዋኤሳኒ ኦዴስ። 20 ምችችለወን በልበለ መነኬቲቲፊ ከረወንኬረትስ እሳን በሬስ፤ 21 ኩንስ አከ ኡሙሪንኬሰኒፊ ኡሙሪን እጆሌኬሰኒ ብየ ዋቀዮ አቦቲኬሰኒፍ ኬኑፍ ከከቴ ኬሰት አኩመ ኡሙሪ ሰሚወን ለፋ ኦል ጅረኒት ዼረቱፍ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    18 Dubbiiwwan koo kanneen garaa fi qalbii keessanitti qabadhaa; akka mallattootti harkatti hidhadhaa; adda keessan irrattis maxxanfadhaa. 19 Ijoollee keessanis barsiisaa; yeroo mana teessu, yeroo karaa deemtu, yeroo ciiftuu fi yeroo dammaqxutti waaʼee isaanii odeessi. 20 Michichilawwan balbala mana keetiitii fi karrawwan kee irrattis isaan barreessi; 21 kunis akka umuriin keessanii fi umuriin ijoollee keessanii biyya Waaqayyo abbootii keessaniif kennuuf kakate keessatti akkuma umurii samiiwwan lafaa oli jiraniitti dheeratuuf.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    18 Dubbiiwwan koo kanneen garaa fi qalbii keessanitti qabadhaa; akka mallattootti harkatti hidhadhaa; adda keessan irrattis maxxanfadhaa. 19 Ijoollee keessanis barsiisaa; yeroo mana teessu, yeroo karaa deemtu, yeroo ciiftuu fi yeroo dammaqxutti waaʼee isaanii odeessi. 20 Michichilawwan balbala mana keetiitii fi karrawwan kee irrattis isaan barreessi; 21 kunis akka umuriin keessanii fi umuriin ijoollee keessanii biyya Rabbii Allaahan abbootii keessaniif kennuuf kakate keessatti akkuma umurii shamaayʼuniiwwan lafaa oli jiraniitti dheeratuuf.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.